CDCB n dhaabbata VSO jedhamu waliin walta’uun dhimmoota hariiroo hawwasummaa, ijaarsa misoomaa fi nageenya daangaa Ethio-Keniyaa irratti qooda fudhattootaaf leenjii kennee jira
Dhaabbanni Center for Development and Capacity Building (𝐂𝐃𝐂𝐁) n dhaabbata Volunteer Sevice Overseas (VSO) jedhamu waliin walta’uun dhimmoota hariiroo hawwasummaa, ijaarsa misoomaa fi nageenya daangaa Ethio-Keniyaa irratti qooda fudhattootaaf leenjii kennee jira.
𝘾𝙖𝙖𝙢𝙨𝙖𝙖 20-2015
Godina Booranaa Aanaa Miyootti Dhaabbanni Miti-Mootummaa Center for Development and Capacity Building(CDCB) dhaabbata VSO jedhamu waliin wal ta’uun dhimmoota hariiroo hawwaasummaa, ijaarsa Misoomaa fi Nageenyaa daangaa Ithio-Keeniyaa irratti qooda fudhattootaf Leenjii hubannoo uumuu fi cimsuu kennee jira.