loader image

Consensus Building among Stakeholders on Human Rights

Human Rights (HR) issues are among priorities of the Center for Development and Capacity Building ever since its establishment. To this effect, the Center has established ‘online youth community’ in order to effectively make use of the social media for HR, Peace and Good Governance promotion. We have designated April 2023 as the month of the social media (Facebook) engagement to promote HR and increasing youth followers to have more impact. The engagement includes competition/challenges, information updates and consultative workshops. This workshop is part of reaching wider stakeholders to build consensus among key stakeholder leadership and the youth so that HR promotion and protection issues gain the concerted efforts of the broader range of societies.

Dhimmoota Mirga Namaa irratti Qaamota Ilaallatu gidduutti Yaada Waliigalaa Uumuuf

Dhimmootni mirga namaa hundeeffamuu dhaabbata “Center for Development and Capacity Building” irraa eegalee dhaabbtichaan dhimma dursi kennameefdha.  Akkuma kanaan mirga namaa, nageenyaa fi Bulchiinsa Gaarii guddisuu ilaalchisee miidiyaa hawaasaatti cimsee fayyadamuuf CDCBn ‘hawaasa dargaggootaa qilleensa irraa’ hundeessee jira. Qabiinsa Mirga Nama cimsuu fi dhiibbaa gaarii uumuun akka danda’amutti ji’a Eblaa bara 2015 ji’a itti fayyadama Miidiyaa Hawaasaa (Facebook) jennee   moggaasneerra.  Workishoppiin kun hirmaannaa dorgommii/ qorumsa, informeeshinii haaraa wal jijjiruu fi workishooppota marii ni dabalata. Workishoppiin kun dhimmoota qabiinsa mirga namaa cimsuu fi tiksuudhaan akka ummata ballaa biratti fudhatama argatu gochuuf qaamota ooggantoota furtuu/murteessoo ta’anii fi dargaggoota  gidduutti hojii yaada waliigalaa uumuu keessaa isa tokko.   

በሰብአዊ መብት ጉዳዮች ላይ በባለድርሻ አካላት ዘንድ የጋራ ግንዛቤ መፍጠሪያ ዐውደጥናት

ድርጅታችን ሴንተር ፎርዴቬሎፕሜንት ኤንድ ካፓሲቲ ቢልዲንግ ከተቋቋመበት ጊዜ ጀምሮ ቅድሚያ ከሰጣቸው ጉዳዮች መካከል የሰብአዊ መብት ጉዳዮች ይገኙበታል፡፡ በዚሁ መሰረት ሲዲሲቢ በሰብአዊ መብት ጉዳዮች, በሰላም መስፈንና በመልካም አሰተዳደር ረገድ በማህበራዊ ሚዲያ በሚገባ ለመገልገል እንዲያስችለው በማህበራዊ ሚዲያ ላይ ‘የመስመር ላይ ወጣት ማህበረሰብን’ አቋቋሟል፡፡ በዚህ ረገድ የሰብአዊ መብት አያያዝን ለማጠናከርና ብዙ ተከታይ ወጣቶችን አፍርቶ የበለጠ ተዕእኖ ለመፍጠር እንዲቻል ሚያዝያ 2015 ዓ.ም. የማህበራዊ ሚዲያ (ፌስቡክ) ወር ብለን ሰይመናል፡፡ እንቅስቃሴው ወድድርን/ፈተናን (challeges) , ወቅታዊ የመረጃ ልውውጥንና የምክክር ዐውደጥናቶች ያካትታል፡፡ ይህ ዐውደጥናት የሰብአዊ መብት ጉዳዮችን አያያዝን በማሳደግና በመከላከል ረገድ በባለድርሻ አካላት አመራር እና በወጣቱ ዘንድ የብዙሃን የሰብአዊ መብት ጉዳዮች ተገቢውን ግንዛቤ እንዲያገኝ የማህበረሰቡን የተባበረ ጥረት የመሳብ አካል ነው፡፡

Connect With Us

Meskel Square Science and Technology Building 5th Floor

Mon – Fri: 8:00 am – 5:00 pm

P.O. Box: 25024 Code 1000

Join the Community

Get latest CDG news, articles, and resources, sent straight to your inbox every month.

Copyright © 2022 CDCB | Powered by CDCB